Bakki Aragama keenyaa Magaalaa Ottawa yemmuu ta’u adreessiin keenya
2285 St. Laurent Blvd A7, Ottawa, ON K1G 4Z5
Sanbata Guddaa sa’a booda sa’a 2 haga satii 5 tti (2pm-5pm)
Akkasumas guyyaa facaasaa galgala satii 8 haga 9 tt karaaa whatsapp group sagantaa kadhannaa qabna.
Email: info@oromoottowachurch.ca